Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan garagaraa barttoota isaanii eebisiisan Wabi Fufa Feb 13, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan garagaraa barttoota isaanii eebisiisaniiru. Yuunivarsiitiin Jimmaa marsaa 2ffaan muummee garagaraan digirii jalqabaa,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 686 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 686 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Biiznasii Baankiin Daldala Ityoophiyaa dameewwan tajaajilaa tokko tokkorratti fooyya’iinsa gatii taasiise Sifen Megersa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa dameewwan tajaajilaa Liqii dhalaa fi tajaajila baankii idil addunyaarraatti fooyya’iinsa gatii taasiisuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gola Odaatti qamadii kilaasteraan misoome daawwate Sifen Megersa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Qamadii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam gita isaanii Aljeeriyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam gita isaanii Aljeeriyaa Rashiid Nanloonas waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebe Ahuunaa Eziiyaakooniywaa waliin… Wabi Fufa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebe Ahuunaa Eziiyaakooniywaa waliin marii’atan. Itti Aantuu Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dugda Daawwaatti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessaa qotamee dhokfame to’atame Obse Wakgari Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa ganda Wolgeyiitti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessa qotamee dhokfame to’annaa jala ooleera.…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallisiin durfamuu aanaa Saqqaa Coqorsaatti buufata biqiltuu Shaashamannee… Obse Wakgari Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaaiin durfamu godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti buufata biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti hidhattoonni 120 karaa nagaan harka laatan Sifen Megersa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) - Godina Matakkal aanaa Manduuraatti qaamoleen hidhatanii seeraa alaa socho’an 120 karaa nagaan harka laatan. Godina Matakkal aanaa Manduuraatti…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa Kitaabolee Wabii 1275, kompiwuutaraa 30… Wabi Fufa Feb 12, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa Kitaabolee Wabii 1275, kompiwuutaraa 30 bulchiinsa magaalaa Hoolataafi taasise.…