Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Dasee Hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan Sifen Megersa Feb 16, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Dasee, Kamisee fi Baatii Hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Idil Addunyaa Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 galafatte Obse Wakgari Feb 16, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)-Demokraatik Rippaabiliik Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 yoo galafattu, namoonni 100 ammoo achi buuteen isaanii dhabameera.…
Oduu biyya keessaa Guutuu Oromiyaatti ayyaana injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa kabajuuf qophiin xumurameera-Obbo Addisuu… Obse Wakgari Feb 16, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Guutuu Oromiyaatti ayyaana yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa kabajuuf qophiin xumuramuu sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan Obse Wakgari Feb 16, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Zayitiin nyaataa seeraa alaa to’annoo jala oole Waldaalee Shamattootaaf… Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbee darbe Zayitiin nyaataa mana nama dhuunfaatti seeraa ala kuufamuun to’annoo jala oole Jarikaaniin miiliyoonni 2 Waldaalee…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaaqaan Ministira Dhimma Alaa Tuurki waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Mnistiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Tuurki…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Mallas gita isaanii Sudaan Kibbaa fi Jiibuutii waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Guutuun Ityoophiyaa Mallas Alem Ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Chool Maawutii fi Jiibuutii Yaasiin Eelmii waliin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misoomaa mootummaa gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa gaggeessaa jiru Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Akkaataa sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaan dhaabbileen misoomaa mootummaa gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa gaggeessaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Guutuu Oromiyaatti leenjiin hojjettoota mootummaa laatamaa jira Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Guutuu Oromiyaaatti leenjiin hubannoo cimsuu hojjettoota mootummaaf kennamaa jiraachuu Biiroon Paabliik Saarvisii fi Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa…