Idil Addunyaa Ameerikaatti COVID-19 lubbuu namoota kuma 500 olii darbe Obse Wakgari Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)-Ameerikaatti erga vaayrasii koroonaa muul'dhate lubbuun namoota kuma 500 olii darbuun hordofee Preezdaantiin biyyatti Joo Baayidaan gadda itti…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hojii ijaarsa daandii Asfaaltii Jimmaa-Kontaa dhagaa… Wabi Fufa Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hojii ijaarsa daandii Asfaaltii Jimmaa-Kontaa dhagaa bu'uuraa kaa'uun ifatti eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa naannoo Tigiraayitti hojii deeggarsaa fi deebisanii dhaabuu taasifamu akka… Wabi Fufa Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Chaayinaan mootummaan Ityoophiyaa hojii deeggarsaa fi deebisanii dhaabuu naannoo Tigirtaayitti taasisu akka deeggartu beeksiftee. Dubbi…
Oduu biyya keessaa Proojektii jireenya naannoo gammoojjii fooyyeessuun ummata miiliyoona 2.5 ol fayyadamoo taasiisuuf… Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Naannolee 6 keessatti Proojektiin jireenya naannoo gammoojjii fooyyeessuuf birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 51 hojiirraa oolaa jiru ummata…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dhaabbata mootummoota gamtoomaaniitti walga’ii mirga namoomaarratti hirmaachaa… Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaaniitti walga'ii mirga namoomaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera. Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 735 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 735 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari'achuu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti qisaasa’ana qabeenyaa ture qorachuun galii taasiisuun itti fufeera –Aadde… Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qisaasa’ana qabeenyaa ture qorachuun galii taasiisuun itti fufuu itti aantuun Kaantibaa Magaalichaa Aadde Adaanach Abeebee…
Oduu biyya keessaa Fooramiin 6ffaan misooma yaa’a laga Naayil eegalame Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Qopheessummaa Ityoophiyaan kan gaggeeffamu Fooramiin 6ffaan misooma yaa’a laga Naayil har’a eegalameera. Sagantaan fooramichi har’a guyyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan Daayreektoreetii Jeneraalaa dhimmoota…