Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Maqeedooniyaa daawwatan Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen giddugala deeggarsa dhukkubsatoota Sammuu fi Maanguddootaa Maqeedooniyaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabu –… Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Damee konistiraakshinii malaammaltummaa irraa bilisa ta’ee hogganamuu qaba-KNFMO Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Damee konistiraakshinii beekumsaan malaammaltummaa irraa bilisa ta'ee hogganamuu akka qabu Komishiniin Namusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Hanga halkan sa’aatii 4:00tti daballii taarifaa malee tajaajilli Geejjibaa akka kennamu biirichi… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) - Qaamoleen Magaalaa Finfinneetti tajaajila geejjiba Ummataa kennan taarifa idileen hanga sa’aatii 4:00’tti tajaajila akka kennan biiroon Geejjiba magaalichaa…
Teeknooloojii Konkolaattota Boba’aa yeroo dheeraaf tajaajilan kan Elektirikaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Hojiin Konkolaattota Boba’aa yeroo dheeraaf tajaajilan kan Elektirikaan bakka buusuu hojjetamaa jiraachuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Lakkooftuuwwan Ismaartii kuma 100 fi kuma 25 sadarkaa biyyaalessaatti bakka buusuuf ni hojjetama… Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FBC)- Maammiltoonni bakka jiran ta’anii salphaatti humna elektirikii guutataniif hojiin lakkooftuuwwan Ismaartiin bakka buusuu hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Gumii Balal marsaa 40ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 40ffaan Mata duree "Walwaraansa irraa gara nageenya waaraatti" jedhuun gaggeeffamaa jira. Maraammartoo waraanaa keessaa bahuuf yeroo…
Oduu biyya keessaa Humni Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sirnaan raabsamaa jira Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Humna Elektirikaa Itiyoophiyaatti Buufanni Raabsaa Hoolootaa Abbaan Kiiloo Vooltii 500 Humna madda Anniisaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sirnaan…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa siyaasaa Itiyoophiyaa kan wal’aanan seenessiiwwan waloo uumuuf hojjetameera-Dooktar… Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Waggoota jijjiiramaa keessa cabiinsa siyaasa Itiyoophiyaa kan wal’aanaan seenessiiwwa waloo uumuuf hojiilee bal’aan hojjetamuu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Paartichi Pirojektoonni Meeggaa horata akka ta’an qabatamaa taasisaa jira-Dooktar Abrahaam Balaay Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa Pirojektoonni Meeggaa idaa utuu hinataane horata akka ta’aniif waadaa gale qabatamaan mirkaneessaa jira jedhan Miseensi Koree Hoji…