Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneessedha…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsaa fi michummaa cimaa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneesse ta’uu Hayyoonni ibsaniiru.…