Ispoortii Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatte Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa baranaan, tapha har’a gaggeeffameen Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatteetti. Taphaa guyyaa har’a gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Buna hektaara tokkorraa kuntaala 12 argachuuf hojjetamaa jira-BQO Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa hektaaraa 1’rraa kuntaala 7 argamaa ture gara kuntaala 12’tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa’aan eegalame cimee akka itti fufu eerame Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Omisha Albuudaa ammayyeessuun cinaatti kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa'aan eegalame daran cimee akka itti fufu Ministirri Ministeera…
Ispoortii Tapha Waancaa Awurooppaan Har’a taphoonni 3 ni taphatamu Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024'n har'a taphoonni 3 ni taphatamu Haaluma kanaan sa'aatii 10:00 irratti Poolaand Neezerlaandi waliin, sa'aatii 1:00…
Oduu biyya keessaa Lammiileen miiliyoona 72 fayyadamtoota bishaan dhugaatii taasisuun danda’ameera-Dooktar… Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Sadarkaa Biyyaalessaatti lammiileen miiliyoona 72 fayyadamtoota bishaan dhugaatii taasisuun akka danda'ame Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Mootummaa fi Mootummaa akkasumas Paartii fi Paartii Itiyoophiyaa fi Raashiyaa cimee itti… Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Hariiroo Mootummaa fi Mootummaa akkasumas Paartii fi Paartii Itiyoophiyaa fi Raashiyaa cimee itti fufa jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti…
Oduu biyya keessaa Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddinaa Tumsaa Naqamtee hojii eegale Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddinaa Tumsaa Naqamteetti balalii eegaleera. Sirna balalii fi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid-Al Adahaa 1445ffaan duudhaa amantichaa haala eeggateen miidhaginaan xumurameera-Humna… Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Ayyaanni Iid-Al Adahaa (Arafaa) 1445ffaan haal duudhaa amantichaan eeggateen fi miidhaginaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Naannawaaleen Gammoojjii dandeettii misooma jallisii qaban faayidaarra oolchuuf xiyyeeffannaan… Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Naannawaaleen Gammoojjii dandeettiin misooma jallisii qaban faayidaarra oolchuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Raashiyaa Vilaadivoostook gale Debela Tadesse Jun 16, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaan Sadarkaa Ministeera Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Ittaanaan…