Oduu biyya keessaa Artiist Sorsaa Lammii boqote Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Artiistiin waggoota dheeraaf aartii Oromoof gumaacha olaanaa taasiisaa ture Sorsaa Lammii addunyaa kanarraa du’aan boqoteera. Dhibee yeroo dheeraaf…
Ispoortii Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti fiigame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti dubartoota gidduutti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun injifataniiru. Atileet…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Diyaaspooraa Darbaan sosochii “Itiyoophiya Qulqulluuf” deeggarsa maallaqaa taasisan Debela Tadesse Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Miseensonni Diyaaspooraa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanii fi naannawaa ishee jiraatan sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluuf”deeggarsa Raandii Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi filannoo irraa deebiin naannoolee 4tti gaggeesse xumuruu beeksise Tsehay Guluma Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessa Itiyoophiyaa filannoon irra deebii fi haftee naannoolee 4tti gaggeeffame nagaan xumuramuu beeksiseera. Filannoon…
Oduu biyya keessaa Humna nageenyaa naannichaa beekumsa saayinsaawaan akka gahooman ni hojjetama-Obbo Araggaa Kabbadaa Debela Tadesse Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Humna nageenyaa Naannoo Amaaraa teeknoolojii ammayyaa’aan ijaaruu fi beekumsaa saayinsaawaan akka gahooman taasisuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni Itiyoophiyaa 116 Taanzaanitti haala rakkisaa keessa turan 116 gara biyyaa… Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa 116 Taanzaanitti mana hidhaatti haala rakkisaa keessa turan 116 gara biyyaa deebi'aniiru. Taanzaaniyaatti Embaasiin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa qixa bahan Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 qixa xumuruun…
Oduu biyya keessaa Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa Finfinnee Hoteela Iskaayi Laayitiitti gaggeeffamaa jira. Faawundeeshiniin…
Oduu biyya keessaa Booranatti Beelladoota miiliyoona 4 oliif talaalliin kennamuu eegale Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Godina Booranaatti Beelladoota miiliyoona 4 oliif talaalliin kennamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera. Itti Gaafatamaan Waajjira…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa tola ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalame Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa Tola Ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalameera. Hojiin kun Addabaabayiwwan 130 irratti…