Ispoortii Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuuf labsiin… Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Faayidaa ummataaf jecha qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuu murteessuuf wixineen labsii…
Biiznasii Itiyoophiyaan giddugala hawwattumaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan giddugala hawwattummaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uu Gabaasni Konfiraansii Daldalaa fi Misoomaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uu akka qabu akeekame Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uun du’aatii sababa hanqinaa dhiigaan mudatu hir’isuun murteessaa ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 247 olitti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 247.8'tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Komishinichi hordoffii Waxabajii 7-13,…
Ispoortii Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin tapha moo’atanii darbuuf dabarte Sifen Megersa Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa biyyoota Awurooppaa halkan kana taphatameen Xaaliyaaniin Kirooshiyaa waliin qixa baatus tapha moo'atanii darbuuf dabarteerti Tapha…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 175 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 175 har'a balallii sadiin gara biyyaa deebi'aniiru. Ebla 4, 2016…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun… Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waltajjii 'Iskaayi tiraaksi' jedhamuun yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun badhaafameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal’eel Oommar Geelee waliin… Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal'eel Oommar Geelee waliin mari'ataniiru.…
Ispoortii Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Kilabni Ispoortii Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira. Guyyaa hundeeffama isaa waggaa 80ffaa mata duree…