Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan waliin mari’atan Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan Shiibataa Hiroonoriin…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jira jedhame Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Sirna Geejjibaa baasii xiqqaa uumuuf Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumurame… Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Turizimii beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Biyya Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti – Obbo Adam… Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Biyya ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Teeknooloojii Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaaf gahee murteessaa qabu jedhame Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaa fi nageenya hawaasummaa gabbisuuf gahee murteessaa qabaachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’atan Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yakkamaan Barattuu Daraartuu Lammeessaa ajjeese adabbii cimaa waggaa 18 adabame Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Yakkamaan Barattuu Yuunivarsiitii Asoosaa kan turte Daraartuu Lammeessaa Cuubeen waraanee ajjeese adabbii cimaa waggaa 18 adabameera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf Birrii Miiliyoona 14 walitti qabuu ibse Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulquluu mata duree “Daandii qulqulluu Jireenyaa Fayyaa “jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Duraa Taa’aa dhaabbata ijaarsa Chaayinaa ‘CCCC’ waliin mari’atan Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Duraa Taa’aa Dhaabbata Ijaarsaa fi Koominikeeshinii Chaayinaa 'CCCC' kan ta'an Waang Toonigizuun…
Idil Addunyaa Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraanaa eegalte Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraana Galaanaa fi Qilleensaa eegaluu beeksifte. Shaakalli guyyoota lamaaf gaggeeffama jedhamu kun…