Ispoortii Tapha darbii Waancaa FA hawwiin eegamu Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Har’a Falmiin kilaboonni darbii Magaalaa Maanchiister Waancaa FA gulumeeffachuuf taasiisan hawwiin eegama. Taphni waancaa FA har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Invastimantii bu’uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jira –… Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Waggaa waggaan Invastimantii bu'uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa fakkaatu ijaarameera – Jeneraal Ababaaw Taaddasaa Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Raayyaa Ittisaa dirqama isaa ga'umsaan bahatuu fi jaalala biyyaa qabu Raayyaan Itiyoophiyaa fakkaatu ijaaramuu Itti Aanaan Itaamaajoorii Waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Komishinar jeneral Dammallaash Gabremikaa’el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa… Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Komishinarri komishinii poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabremikaa'el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa waliin Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee… Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa bakka hojii hawwataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa…
Biiznasii Korporeeshinichi Dhaabbata Invastimanti biyya Keessaa Naashinaal waliin waliigaltee Doolaraa… Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Dhaabbata Invastimantii biyya keessaa Naashinaal jedhamuu waliin waliiglatee Doolaara miiliyoona 110…
Idil Addunyaa Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf waliigale Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Lammiin Jarman Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf sadarkaa afaanitti waliigaluu ibsameera. Ga’eessi umrii waggaa 59 Haansi…
Oduu biyya keessaa Yaaliin Finxaaleyyiin biyya diiguuf taasiisan fashalaa’eera – Jeneraal Ababaw Taaddasaan Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Giddugalli Leenjii Ajaja Komaandoo Humna Qilleensaa miseensota kutaalee ajajichaa adda addaarraa walitti fiduun hoggansa sadarkaa gadii…
Oduu biyya keessaa Sirna diimokiraasii dhugaa ta’e lafa qabsiisuuf rakkoolee nageenyaa hundeerraa hiikuun… Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) - Misooma, badhaadhinaafi sirna diimokiraasii dhugaa ta'e lafa qabsiisuuf rakkoolee nageenyaa hundeerraa hiikuun murteessaa ta’u Sadarkaa Itti Aanaa…