Ispoortii Kiliyaam Mibaapeen Riyaal Maadriditti makame Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa Faransaay Kiliyaam Mibaapeen jijjiirraa bilisaan Riyaal Maadriditti makameera. Waliigaltee waggaa 5 mallatteessuun ifatti…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimadii simannaa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii’ool taasiisaniif galateeffatan Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Simannaa hoo'aa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii'ool taasiisaniif galateeffataniiru Yeroo itti aanu Hariiroon biyyoota…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaatti argamu…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin dargaggootaa gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Qindeessummaa Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiiyaan Konfiraansiin gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira. Konfiraansichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis bakka buutoota Paartilee siyaasaa Naannoo Oromiyaa keessa socho’an… Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bakka buutoota paartilee siyaasaa naannicha keessa socho'an waliin dhimmoota waaqtawaa…
Oduu biyya keessaa Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi’uu ibsame Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa Bitootessa 7, 2016 rakkoo siistamaa mudate hordofee seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi'uu baankichi ibseera.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Piroojektii Daandii Aspaaltii Naqamtee – Buree irra deebiin eegalame Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Ijaarsi Piroojektii Daandii Aspaaltii Naqamtee - Buree irra deebiin eegalameera. Hojii daandichaa yeroo gabaabaa keessatti xumuruun tajaajila ummataaf…
Oduu biyya keessaa Paartileen Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi miseensonni Paartilee Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho'an hojiilee misoomaa daawwataniiru. Qaamoleen kunneen ijaarsa Gamoo…
Oduu biyya keessaa Magaala Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina dhuunfaa fi naannoo gaggeeffameera. Har'a ganama sa'aatii 12:00 irraa jalqabee gandoota magaalaa Jimmaa hunda…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi qormaata kutaa12ffaa bara kana ‘online’ kennamu ilaalchisee ibsa kenne Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online' niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo…