Oduu biyya keessaa Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf' jedhuun kabajamaa oola. Itiyoophiyaan cabiinsa rogdaneessa keessa jirtu…
Oduu biyya keessaa Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti fufiinsa qabuu fi bu’aa qabeessa… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf" jedhuun kabajamaa oola. Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa Komishinar Jeneraa Dammallaash Gabramikaa’eel Meedaaliyaa Warqee badhaase Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa Ummataa Chaayinaa Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa'eel Meedaaliyaa Warqee badhaaseera.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba’an… Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba'an akka to'ataman taasifamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun dhaabbataatti guddataniini-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun gara dhaabbataatti guddataniin ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalota Afrikaa xumurame Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Fooramiin Magaalota Afrikaa sanada labsii waadaa Magaalummaa Afrikaa baasuun xumurame. Fooramiin magaalota Afrikaa guyyoota sadan darbaniif Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Wiixata dhufu ifooma jedhame Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 Qaammee 4,Wiixata dhufu kan ifoomu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Barattoota akka biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiise Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiisuu beeksise. Sirreeffamtoota…
Oduu biyya keessaa Baankichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Giddugala Kunuunsa Maaguddotaa fi Dhibamtoota Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise. Deeggarsichaas…