Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Pir. Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Biiznasii Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabe Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa baatiwwan kurnan darban gurgurtaa oomishaaleerraa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyanaa Iid Al Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Iid Al Adahaa waggaa1445ffaa sababeeffachuunn ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Iid Al…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 10’n darban Itiyoophiyaan Guddinaa dinaagdee Gooroo itti fufiinsaan galmeessite -TKM Tsehay Guluma Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Baatiiwwan kurnan darban Itiyoophiyaan guddina dinaagdee Gooroo cimaa biyyaa ijaaruuf dandeessisu kan itti mirkaneessite ta’uu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi ogeeyyii ogummaa adda addaan leenjisaa ture 787 eebbisiise Tsehay Guluma Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Giruuppii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaatti Yuunivarsiitiin Aviiyeshinii ogeeyyii ogummaa adda addaan leenjisaa ture 787 eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun jijjiirama fiduun barbaachisaadha-Dooktar Alamuu… Tsehay Guluma Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Balaa Tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun jijjiirama fiduun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii…
Ispoortii Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Tsehay Guluma Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee taphoonni 3 ni taphatamu. Sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al Adahaa Arafaan waayita kabajamu namoota rakkatan gargaaruun ta’uu qaba – Mana… Tsehay Guluma Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waayita kabajan akkaataa barsiifata amantichaan kan qaban waliif qooduun kabajuu akka qaban…