Oduu biyya keessaa MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan Asoosaa galan Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa daawwachuuf Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaa galaniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa DhMG Deenis Firaansiis waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deenis…
Oduu biyya keessaa Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqame Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqamuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina Leenjii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Abbaan taayitichaa bara…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa… Sifen Megersa Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa Diida Xuyyuuraa…
Biiznasii Gabaan omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuun… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 baatiiwwan 11’n darbanitti Gabaan Omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuu beeksise.…
Idil Addunyaa Ministirri Muummee Israa’eel Kaabinee Waraanaa biyyattii diigan Sifen Megersa Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Israa’eel Beeniyaamii Neetaaniyaahuun Kaabinee Waraanaa biyyattii diiguun isaanii ibsame. Ministirri Kaabinee Waraanaa Israa'eel…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramaniiru-Obbo Awwaluu… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramuu Pireezidaantiin Ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Ispoortii Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphoonni 3 ni taphatamu. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 854 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti pirojektoonni 216 Birrii miiliyoona 854 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame. Pirojktoonni kunneen baajata…
Oduu biyya keessaa Afrikaa fi Laatiin Ameerikaa sagaleen akka dhaga’amuuf dhaabbilee idil addunyaatti bakka bu’umsa… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Sagaleen Afrikaa fi Laatiin Ameerikaa akka dhaga’amuuf dhaabbilee Idil Addunyaatti bakka bu’umsa fooyya’aa qabachuu akka qaban Sadarkaa Ministira…