Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin Veetinaam galan Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Veetinaam galaniiru. Turtii biyyattiitti taasiisaniin Ministira Muummee fi Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti pirojektoonni 529 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 268 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame. Pirojektoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti nageenyi jiru hojiileen misoomaa sirnaan akka hojjetaman haala mijataa uumeera… Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Nageenyi fi tasgabbiin naannoo Hararii jiru hojiileen misoomaa, hawaasummaa fi diinagdee sirnaan akka hojjetamaniif haala mijataa uumuu Pireezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni1 fi 178 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 178 gara biyyaatti deebi’aniiru. Balalii marsaa sadii…
Ispoortii Kirooshiyaan fi Albaaniyaa qixa xumuran Debela Tadesse Jun 19, 2024 0 Kirooshiyaa fi Albaaniyaan qixa xumuran Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024 Kirooshiyaa fi Albaaniyaan 2 fi 2’n walqixa xumuraniiru. Tapha gulaallii…
Oduu biyya keessaa Guddinni diinagdee galmaa’ee itti fufiinsa akka qabaatuuf ni hojjetama –Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Guddinni diinagdee galmaa’e itti fufiinsa akka qabatuuf ni hojjetama jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu.…
Oduu biyya keessaa Magaala Arbaa Mincitti hojiileen misoomni kooriidarii gaggeeffamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Magaala Arbaa Minci, miidhagduu, jireenyaaf mijattuu fi hawattuu taasisuuf hojiileen misooma kooriidarii Birrii miiliyoona 200 oliin gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waltajjii Idil Addunyaa BRICS irratti walta’iinsa Idil Addunyaa ishee mirkaneessuu… Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC) -Fooramiin paartilee siyaasaa Idil Addunyaa Raashiyaa Vilaadivostokitti gaggeeffamaa ture xumurameera. Hirmaatoonni fooramichaa xumuraa…
Oduu biyya keessaa Labsii taaksii dabalata qabeenyaa qophaa’aa jiru hojmaata haraa dabaluuf kan dandeessisuudha-Dooktar… Debela Tadesse Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Adeemsa qophiirra kan jiru labsiin taaksii dabalata qabeenyaa (VAT) dandeetii galii walitti qabuu mootummaa kan guddisuu fi hojmaataa hinhammatamne…
Ispoortii Har’a Jarman Hangaarii waliin ni tapahatti Debela Tadesse Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffamuun keessummeessitu taphichaa Jarmanii fi Hangaarii gidduutti taphni gaggeeffamu kan eegamuudha. Sagantaan…