Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen buufata Dooraalee daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Jibuutiitti sochii daldala hundagaleessaa Buufata Dooraalee daawwataniiru. Obbo Ahimad Shideen…
Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Sochii hojii Hospitaala waliigalaa Diillaa Daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sochii hojii Hospitaala Diillaa daawwataniiru. Dooktar Maqdas…
Oduu biyya keessaa DhMG dubartoota sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deeggarsa qaqqabsiisuuf kan hojjetu ta’uu ibse Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaatti sababa walitti bu’iinsaan dubartoota miidhamaniif deeggarsa dhaqabsiisuuf hojii hordoffii waloon…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota damee qonnaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xiruun hoggantoota damee qonnaa Mootummaa Federaalaa fi naannolee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru. Fiildi Maarshaal…
Oduu biyya keessaa Aanaa Kofaleetti Piroojektoonni misoomaa 53 Birrii miiliyoona 153’n hojjetaman eebbifaman Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofaleetti piroojektoonni misoomaa garagaraa 53 Birrii miiliyoona 153'n ijaaraman eebbifamaniiru. Piroojektoonni…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dodolaatti lafa hektaara kuma 75 sanyii uwwisuuf hojjatamaa jira Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti Qonna Gannaa bara 2016/2017’n lafa hektaara kuma 75 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Aanichaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota kuma 1fi 197 ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota ogummaa adda addaan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1fi 197 eebbisiiseera. Walitti qabaa…
Oduu biyya keessaa Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa hordofsiisu mudachuu danda’a… Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaa kana Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa hordofsiisu mudachuu akka danda’a Inistiityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu manni marichaa hubachiise Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hubachiise. Baajatichi kaayyoo barbaadamuuf…