Ispoortii Arsenaal Niwukasil Yuunaayitidiin injifatame Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 10ffaan Niwukasil Yuunaayitid 1 fi 0’n Arsenaaliin injifate. Taphaa pirimerliigichaa itti fufee gaggeeffamuun…
Oduu biyya keessaa Bilbiloonni Kontirobaandii Birrii miiliyoona 83’tti tilmaamaan to’ataman Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Kutaalee konkolaataa keessa dhokfamuun kontiroobaandiin galfamuuf kan turaan Bilbiloonni Moobaayilaa Birrii miiliyoona 83.4’tti tilmaamaman kuma 4 fi…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti lammiileen hidhaa turan 276 gara biyyaatti deebifaman Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Keeniyaatti mana hidhaa kan turan lammiilee Itiyoophiyaa 276 gara biyyaatti deebisuu Keeniyatti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Itiyoophiyaanonni…
Oduu biyya keessaa Paartileen lameen walta’iinsa isaanii cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Komunistii Chaayinaa walta’iinsa isaanii cimsuuf waliigalan. Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa dawwannaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Nageenya Biyyaalessaa barattoota Digirii 2ffaan leenjisaa ture eebbisiise Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Yuunivarsiitiin Nageenya Biyyaalessaa sagantaa Digirii 2ffaan barattoota leenjisaa ture eebbisiise. Sirna eebbichaarratti Ministira Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonnaa Gannaan oomishni kuntalli miiliyoonni 6 argamuun ibsame Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonnaa Gannaan hanga ammaatti oomishni kuntaalli miiliyoona 6 argamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira-Obbo… Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid, Cheelsii keessummeessu… Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan, har’aa eegalee hanga Wiixataatti taphatama. Taphoota torbee 10ffaa keessaa taphni Niiwkasiil…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walga’ii Dargaggoota BRICS irratti hirmaachaa jirti Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan walga’ii Mana Maree Dargaggoota BRICS Raashiyaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuun ibsameera. Walga’icharratti…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi Manneen ijaarsisaa ture Eebbisise Tsehay Guluma Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa Gamoowwan Manneen Jireenyaa fi giddugala Oomisha meeshaalee ijaarsaa eebbisiseera. Itti Gaafatamtuun Waajjira…