Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Sooma ramadaanaa sababeeffachuun Kutaa magaalaa Kooyyee Facceetti Sagantaan Afxiraa daandiirraa qophaa'eera. Sagantichi bakka sadarkaa itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa muxannoo qabeenya Tuuriizimii beeksisuun qabu naannolee biroof qooduu qaba –… Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawiit Kaasaan Komishinara Komishinii Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Leellisee Dhugaa waliin mari'ataniiru. Damee…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makuun gabaaf… Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Magaalaa Hawaasatti namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta'an waliin makuun gabaaf dhiyeessaa turan 84 to'atamuu Qajeelchi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan marii tumsa gamhedduu cimsuurratti xiyyeeffate mari’atan Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee diingadee dabalatee marii tumsa gamhedduu cimsuurratti xiyyeeffate mari'ataniiru. Ministir Deetaan Ministira…
Oduu biyya keessaa Garee Faannoo duula tokkummaa jechuun of moggaasee naannoo Amaaraatti yaalii haleellaa raawwachuuf… Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Garee Faannoo duula tokkummaa jechuun of moggaasee naannoo Amaaraatti yaalii haleellaa raawwachuuf socho'aa turerratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan…
Oduu biyya keessaa Feestivaalichi hariiroo naannawaa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba jedhame Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Feestivaalli Aadaa fi Aartii Baha Afrikaa hariiroo naannawaa cimsuuf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministiroonni Aadaa fi Ispoortii biyyoota Afrikaa Bahaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni uffata dambii fakkaatu uffachuun ummata dogogorsaa turan to’ataman Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Shakkamtoonni uffata dambii Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfiinnee fakkaatu uffachuun ummata dogogorsaa turan to’atamuu Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee… Ayana Dheressa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee mallatteesseera. Korporeeshinichi…
Ispoortii Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf…
Fayyaa Dhibee Sombaa( TB) ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Ministeera Fayyaa Ayana Dheressa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Dhibee Sombaa (TB) ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun Ministeerri Fayyaa ibse. Yaa’iin Qorannoo dhibee Sombaa 19ffaafi guyyaan…