Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma kanaan: Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Daldala Markaatoo fi Nagahee kennuurratti Aadde Adaanech maal jedhan? Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen har’a Mana Maree Bulchiinsa Magaalichaaf dhimma gibira kaffaluu fi wayita bittaa fi…
Oduu biyya keessaa Waggoottan 6’n darban guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ateera-Dooktar Fitsum Asaffaa Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Waggoottan 6’n darban tarkaanfiiwwan fooyyessii diinagdee fudhatama jiraniin guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ataniiru jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii kurmaana jalqabaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii karoora kurmaana jalqabaa bara 2017 Magaalaa Asoosaatti gaggeessuu eegaleera. Gamaaggamicharratti Itti Aanaa…
Fayyaa Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti tattamsa’ina dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.…
Idil Addunyaa Adeemsa Haqa hinqabne furuuf qindoomina barbaachisa-Shii Jiinpingi Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Addunyaarratti adeemsa fi waraana haqa hinqabne furuuf biyyoonni waloon hojjechuu akka qaban Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gaaffii…
Idil Addunyaa Abdirraahmaan Mohaammad Abdillaahiin Pireezidaantii Somaaliilaandi ta’uun filaman Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- “Irro” jedhamuun kan beekaman Abdirraahmaan Mohaammad Abdillaahiin Pireezidaantii Somaaliilaandi ta'uun filamaniiru. Komishiniin filannoo Somaaliilaandi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan qaban kan cimsan ta’uu ibsan Sifen Megersa Nov 18, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ameerikaan shororkeessummaa qolachuuf tumsaan hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Nov 18, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseen ajandaalee lamarratti mari'achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan…