Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaan Abunee Marqooreewoos boqatan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaan Abunee Marqooreewoos boqataniiru.
Qulqulluu Abunee Marqooreewoos dhibee isaan muudateen yaallamaa turuu halkan edaa boqataniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.