Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii waliigalaa ariifachiisaa 1ffaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera.

Yaa’icharratti Muummeen Ministiraa FDRI fi Pireezidaantii Paartichaa Abiy Ahimadiin dabalatee hojii raawwachiistota paartichaa, miseensota koree giddugaleessaa fi kanneen biiroon argamaniiru.

Yaa’ii kanaan Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qabxiilee yaa’ii paartichaa jalqabaan hinguutamiin hafan akka guutamuuf akkaatuma akeekkeen sirreessuu fi dhimmoota biroorratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan akka eegamu ragaan paarticharraa argame ni mul’isa.

Paartichi guyyoottan darban sadarkaa koree giddugaleessaatti walga’ii gaggeessaa tureera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.