Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira.

Waltajjii marichaa irratti Preezdantii Mootummaa Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaw dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo fedeeraala fi naannoo argamniiru.

Waltajjichaan tarkaanfii mootummaan garee ABUT irratti fudhachaa jiru deeggaruu ibsaniiru.

Naannicha naannoo nagaa qabeessa taasisuuf cimsanii hojjechuu akka qaban ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.