Fana: At a Speed of Life!

Paartiin badhaadhinaa Manneen jireenyaa haaromse abbootii warraa 11f dabarse

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Paartiin badhaadhinaa guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Manneen jireenyaa haaromse abbootii warraa 11f dabarseera.
Paartiin Badhaadhinaa paartii nama irratti xiyyeefatu ta’uu isaan, hojiilee ummata giddu galeeffatanirratti xiyyeeffate hojjeta jedhan Itti gaafatamaan Damee Siyaasa fi Warraqsa idil addunyaa obbo Abraaham Allehinyi.
Tola ooltummaan tokko tokkoof yaaduun duudhaa waliin jireenyati jedhan.
Yeroo itti aanus hojiileen eegalaman kan xumuraman ta’uu dubbataniiru.
Hojiin manneen harka qalleeyyii haaromsuu cimee kan itti fufu ta’uu kaasaniiru.
Qormaatilee muudatan ummata waliin ta’uun ni ceena jechuu isaanii ragaan Waajjira Paartichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.