Paartiin Badhaadhinaa Dirree Dawaa sagantaa kakaasii filannoo gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Dirree Dawaa sagantaa jalqabiinsa kakaasii filannoo gaggeesseera.
Saganticharratti paartichi teessumaa lafaa mijataa Dirree Dawaan qabdu fayyadamuun gidduugala indaastirii, daldalaa taasisuuf akka hojjetuu beeksiseera.
Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Dirree Dawaa obbo Mabraatee Gabrayaas, paartiin badhaadhinaa filannoo marsaa 6ffaa bara kana gaggeeffamuurraatti dorgomuuf qophii hundaa xumuree gara kakaasii filannootti galuusaanii ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.