Fana: At a Speed of Life!

Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta’e

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) –Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta’e.

Bakkichi har’aa eegalee daawwidhaaf banaa ta’uun ibsameera.

Bineensota hoosistuu fi sanyii simbirranii 37 of keessaa qaba.

Bakki bineensotaa kun saatawwaa, leencota adii, yeeyyii, harre diidoo, guchii fi kanneen biroo kan hammatedha.

Dhiyeenyattis gosoonni bineensotaa biroon paarkichatti kan dabalaman ta’a.

Daawwattoonni har’aa eegalanii paarkichaa fi bakka jireenya bineensotaa fi simbirranii daawwachuu ni danda’u jedhameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.