Fana: At a Speed of Life!

Paarkichi oomisha bakka bu’aa Birrii biiliyoona 2.3 baasu oomishuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara 2016 Oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 2.3 ol baasaan biyya keessatti oomishuu beeksiseera.

Oomishaalee kanneen gara alaatti erguun galii Doolaara miiliyoona 15 ol argachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan paarkichaa Gulilaat Abbabaan ibsaniiru.

Uffataalee, Elektiroo Makaanikaalii, Galteewwan ijaarsaa dabalatee oomishaalee hedduu alaa galaa turan Birrii biiliyoona 2.3 baasaan biyya keessatti oomishuu himuu TOI gabaasera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.