Fana: At a Speed of Life!

Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffameera.

Lammiileen Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Faransaay jiraatan raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa qabanii fi gochaa garee shororkeessaa ABUT kan balaaleeffatu hiriira gaggeessaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT naannoolee Affaar, Samaaraa fi Beenishaanguul Gumuuzitti lammiilee nagaarratti ajjeechaa jumlaa raawwataa jiru mormaniiru.

Mootummaan Ityoophiyaa waliigalte dhukaasa dhaabuu murteesseen gareen shororkeessa kun fudhatamaa dhabsiisuu hawaasni idil addunyaa wayyanee akka mormuu gaafachuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.