Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 6ffaa kennamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2016 Naannoo Oromiyaatti Wiirtuu Qormaataa kuma 1 fi 424’tti kennamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera.

Biirivhi akka beeksisettii manneen barnootaa kuma 11 fi 44l irraa barattoonni kuama 731 fi 955 qormaaticha fudhachaa jiruu ragaam biiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.