Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Pirojektoonni Agiroo Indaastirii kumni 4 ol Kaappitaala Birrii biiliyoona 117 oliin hojjetamaa jiru – BIIO

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Pirojektoonni Agiroo Indaastirii kumni 4 fi 195’tu Kaappitaala Birrii biiliyoona 117 oliin hojjetamaa jiraachuu Biiroon Invatimentii fi Indaastirii Oromiyaa beeksiseera.

Indaastiriiwwan agiroo kanneen keessaa kumni 1fi 895 hojii keessa jiraachuu Hoogganaan Biirichaa Obbo Ahimad Idiris ibsuu OBN gabaaseera.

Piroojektoonni 167 ijaarsi isaanii xumuramuu fi 272 ammoo ijaarsa irra jiraachuu ragaan Biiroo Indaastirii fi Invastimantii Oromiyaa irraa arganne ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.