Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti lafti Hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifame – Pireezidaanti Shimallis

Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lafti hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifamuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.

Ce’umsi Qonnaa daandii keenya gara fuulduraati jedhan Obbo Shimallis fuula Tiwiitarii isaaniin.

Qonnaan bultoonni keenya Ityoophiyaa ta’uu isaanii qabatamaan mirkaneessaniiru jedhan.

Pireezidaanti Shimallis Fuuldura keenya qabatamaan ni ijaarra jechuun ergaa isaanii dabarsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.