Fana: At a Speed of Life!

Oomishnii fi oomishtummaan qonnaa raawwii gaarii argamsiisaa jira- Dooktar Fitsum Asaffaa

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Oomishnii fi oomishtummaan qonnaa raawwii gaarii argamsiisaa jiraachuu Minitirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa ibsan.

Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa raawwii guyyaa 100 dhaabbilee mootummaa gamaggameera.

Ministeerri Qonnaa dhaabbilee  naannolee waliin qindoominaa  cimaa cimaan hojjetan keessaa tokko ta’uu Dooktar Fitsum kaasaniiru.

Oomishaa fi oomishtummaa midhaan calla, beeladaa fi qabeenya uumamaarratti bu’aa gaariin argamaa jiraachuu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Pilaanii fi Misoomaarraa argame ni mul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.