Oomishni Simmintoo dabalaa jiraachuu Injinaar Taakkalaa Uumaan beeksisaan
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Oomisha Simmintoo guddisuuf mootummaan tarkaanfii fooyya’insaa damicharratti fudhateen ammentaan oomishichaa dabaluu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinaar Taakkalaa Uumaan beeksisaniiru.
Ministirchi warshaa Simmintoo Mugarii fi Daangootee daawwataniiru.
Warshaaleen lameen oomishaa kanaan durrarraa ammentaasaanii dabaluun oomishaa jiraachuu Injinaar Taakkalaan fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin ibsaniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.