Oomishaalee biyya keessaa dorgomaa taasiisuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Qulqullina oomishaalee biyya keessaa mirkaneessuun Oomisha alaa galan bakka bu’uun dorgomaa akka ta’an hojjetamuu qaba jedhame.
Ministeerri Indaastirii Sanada damee Oomisha biyya keessaa qophaa’eerratti hoggantoota mootummaa, qooda fudhattoota fi abbootii qabeenyaa waliin mari’ateera.
Gabaa oomisha biyya keessaa dabaluun kan biyya alaa galan bakka buusuuf oomishaaleen dorgomaa ta’an oomishuuf hojjetamuu qaba jedhame.
Tarsiimoon Oomisha biyya keessaa Diignadee Biyya keessaa kan tumsu ta’uu eerameera.
Yisimaaw Adaraawutu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.