Fana: At a Speed of Life!

Olaantummaan seeraa kabachiisuu naannoo Tigiraayitti adeemsifamaa jiru haala gaariin gaggeeffama jira.- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira Olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigiraayitti adeemsifamaa jiru haala gaariin gaggeeffama jiraachuu himan.

Dooktar Abiy Haqni ni injifatti!Ityoophiyaan ni injifatti! Dhumni garee badii ga’eera jedhan.

Olaantummaa seeraa kabachiisuun garee badii biyya keenyaa saamuu fi nageenyaa ishee booressuurratti bobba’an itti gaafatamaa taasisuun, nageenya waaraa ni ijaara.

Haalonni guyyoota darbaan mul’atan ABUT keessa kan jiru eenyummaa isaanii sirrii kan mul’isedha.

Murtii haqaa fi olaantumaa seeraa kabachiisuu itti fufna jedhaniiru.

Ciminaa fi kutannoo ilmaanshee dhiiraafi dubaraatiin, Ityoophiyaan qofaashee duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gahumsaan ni xumurti!

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.