Fana: At a Speed of Life!

Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu’aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo haa ga’u – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Chaanselar Jarman Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu’aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo haa ga’u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Ityoophiyaan deeggarsa Jarman hanga ammatti taasiifte kan dinqisiifattu yoo ta’u, tumsi keenyaas cimee akka itti fufu abdii qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.