Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha-MM Abiy

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha jedhaniiru.

Muummichii Ministiraa Abiy Ahimad fuula Feesbuukii isaanii akka ibsanitti, ogeeyyiin aartii qormaata, dandeettii fi abdii  Ityoophiyaa muuziqa isaaniin agarsisaniiru jedhan.

Yeroo gabaabaa keessaatti bifa duulaatin walitti qabamuun albamoota lamaa ‘Waa’ee Ityoophiyaa fi  Biyyaakee’ jedhamu hojjechuun dhiyeessaniiru jedhan.

Hojiichan kan milkeessaan barreessitoota yeeddaloo fi walaaloo, qindeessitoota, weellistoota, gurmeessitootaa fi kanneen biroo galatteeffaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.