Ogeeyyii fi dhaabbilee fayyaa dirree waraanaarratti raayyaa ittisa biyyaa tajaajilaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Koompireheensiiv Raayyaa Ittisa biyyaa Ogeeyyii fi dhaabbilee fayyaa dirree waraanaarratti raayyaa ittisa biyyaa tajaajilaniif beekkamtiin laateera.
Saganticharratti Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Koompireheensiiv Raayyaa Ittisa biyyaatti ajajan Hospitaala Bishooftuu Birgaadeer Jeneraal Tagany Lataa, ogeeyyii fi dhaabbileen fayyaa adda addaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaatti miidhaan irra ga’eef tajaajila wallaa’ansaa laataa turu himaniiru.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.