Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyii Fayyaa Adda waraanaa deemuun gumaacha taasiisaniif sagantaan galateeffannaa fi beekkamtii laachuu gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Iddoolee gareen shororkeessaa ABUT weerara ture gadi lakkisiisuuf duula gaggeeffamaa turerratti Ogeeyyii Fayyaa Adda waraanaa deemuun gumaacha taasiisaniif sagantaan galateeffannaa fi beekkamtii laachuu gaggeeffameera.

Saganticharratti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Itaamaajoor Shuumii humna waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaalii Birihaanuu Juulaa, Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayii dabalatee hoggantoonni mootummaa biroo argamaniiru.

Saganticha Ministeerri Fayyaa fi Ministeerri Raayyaa Ittisaa waloon qopheessuu ibsameera.

Zaman Bayyanaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.