Fana: At a Speed of Life!

Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun tatamsa’aa jiru odeeffannoo sobaa ta’uu mirkanaa’e

Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota Siiviil Sarvisii mootummaa Federaalaa jedhamuun tatamsaa jiru odeeffannoo sobaa ta’uu mirkaa’eera.

Odeeffannoon miidiyalee hawaasummaan tatamsa’aa jiru kun olola sobaa ta’uu Faanaa Biroodkaastiing Korporeeti qulqulleessa taasiiseen mirkaneesseera.

Baajanni dabalataa qaama dhimmi ilaaluun bakka hin raggaannetti odeeffannoon adeemaa jiru dogoggora ta’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.