Obbolaawwan Amboorraa mata duree ‘hanga lubbuun keenyaa jirtuutti biyya keenya hin xuqsiisnuu’ jedhuun raayyaa ittisaatti makaman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014(FBC)- Obbolaawwan magaalaa Amboorraa mata duree ‘hanga lubbuun keenyaa jirtuutti biyya keenya hin xuqsiisnuu’ jedhuun raayyaa ittisa biyyaatti makamaniiru.
Obbolaawwan kunneen bakki dhaaloota isaanii magaalaa Amboo kan ta’ee Birqee Tashoomaa fi Caaltuu Taashoomaa jedhamu.
Giddugalli Leenjii bu’uuraa Bulbulaa loltootaa eebbisisee keessaaayi isaan tokkodha.
Bakki dhaalootasaanii Amboo ta’uu kan jiraataan garuu Xaafoodha.
Maddi:-DHPI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.