Fana: At a Speed of Life!

Obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa magaalaa Boolee fi Eekkaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa magaalaa Boolee fi Eekkaa daawwatan.

Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa magaalaa Boolee fi Eekkaa daawwatan.

Obbo Zhaanxiraar Abbay daawwannaa isaaniin haala kenniinsa tajaajilaa kan ilaalan yoo ta’u, turtii kutaa magaalaa Booleen hojiiwwan bara baajataa 2012 rawwataman ibsameeraf.

Haaluma walfakkaatun, kutaa magaalaa Eekkaatti haala kenniinsa tajaajilaa fi hojiiwwan hejjetama jiran daawwataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.