Obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantiba Magaalichaa taasiisuun filateera.
Haaluma kanaa:-
1.Obbo Mallas Alem Itti waamama olaanaa mana mare Mootummaa,
2. Obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantibaa,fi hogganaa biiroo Hojii, Interpiraayizi fi Misooma Indaastirii
3.Aadde Naziibaa Akimal Sadarkaa Itti Aanaa Kaantibaatti hoggantuu Biiroo Faayinaansii
4.Obbo Xiraatuu Bayyaanaa Sadarkaa itti aanaa kaantibaatti hojii gaggeessaa olaanaa mana qopheessaa,
5.Aadde Yaasiimiin Wahaabii Sadarkaa Itti Aanaa Kaantibaatti Hoggantuu Biiroo Misoomaa manneenii,
6.Aadde Hiikimaa Keereddiin Sadarkaa Itti Aanaa Kaantibaatti hoggantuu Biiroo Paablik Sarvisii fi qabeenya
humna namaa,
7. Obbo Alamaayyoo Ijjiguu gargaaraa waamamaa Mootummaa,
8. Obbo Tatakkaa Baqqalaa gargaaraa waamamaa Mootummaa ta’uun muudamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.