Fana: At a Speed of Life!

Obbo Zhaanxiraar Abbaay kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu eegalchiisan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Obbo Zhaanxiraar Abbaay magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu eegalchiisaniiru.

Obbo Zhaanxiraar aadaa walgargaarsaa fi deeggarsaa keenya cimsinee itti fufuu qabna jedhaniiru.

Hoji raawwachiiftuun kutaa magaalaa Addis Katamaa aadde Shittaayee Mahaammad gama isaaniin, hojii manneen harka qalleeyyii baatii lamaaf turu kun cimee itti fufaa jechuusaanii ragaan kutaa magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.