Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaal Daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaala daawwatan.
Daawwanicharratti Obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa, Ministira Albuudaa Injiinar Habtaamuu Taganyii fi qondaaltonni olaanoo naannichaa fi federaalaa hirmaataniiru.
Fatiyaa Abdallaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.