Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Yaa’aawwaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’ataniiru.

Obbo Tamasgeen toora miidiya Hawaasummaa isaaniin, rakkoolee yaa’aawwaan laggeen Itiyoophiyaa xiyyeeffannoo barbaadaan irratti mari’achuu ibsaniiru.

Fulduratti Bulchiinsa qabeenya bishaan biyyatti fayyadamtuu taasisuu ijaaruuf sadarkaa Mana Marichatti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabuu himaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.