Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xurunaan balaa sigiga lafaan lammiileen miidhaamuun gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Balaa Sigiga Lafaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Geezee Goofaatti mudateen miidhaan lammiileerra qaqqabuun gadda itti dhagaa’ame ibsaniiru.

Maatii fi firoottan miidhamtootaaf jajjabina hawwaniiru.

Fuuldurattis sababa balichaan lammiilee miidhaan irraa ga’ee deebisanii dandamachiisuu fi saaxilamtoota balichaaf mootummaan deeggarsa barbaachisaa akka taasisu himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.