Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwataniiru.
Daayrektarri Olaantuun Dhaabbatichaa Tigist Hamiid giddugala Misooma Kalaqa Saayibarii, Egzibiishinii Bulchiinsa Diijitaalaa fi bu’uuraalee misoomaa ijoo ta’an daawwachiisaniiru.
Obbo Tamasgeen hojiilee nageenyaa Saayibarii mirkaneessuuf bulchiinsichi hojjetaa jiru daawwachuu TOI gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.