Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgan Xuruuneh godina Gondar Kibbaatti xaafii kilaastaraan misoome daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xuruuneh godina Gondar Kibbaatti xaafii kilaastaraan misoome daawwatan.
 
Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xuruuneh godina Gondar Kibbaatti sanyiiwwan xaafii kilaastaraan misoome daawwataniiru.
 
Godinichatti lafti heektaaraa kuma 8 fi 998 kilaastara 466 keessatti kan argamu qonnaan bultootni kuma 27 fi 375 misoomicharratti hirmaataniiru.
 
Daawwanicharratti hoggantoonni hojii olaanoo godina Gondar Kibbaa fi qaamoleen dhimmi ilaalatu argamaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.