Obbo Taggasaa Caafoo fi Hoggantoonnii Naannoo Kibbaa Agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Tagaasaa Caafoo fi Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Kibbaa Agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan.
Daawwanicharratti Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taggasaa Caafoofi Hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa Obbo Usmaan Surur dabalatee hoggaantoonni olaanoon nannichaa biroon argamuu ragaan Biiroo Qonnaa naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.