Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis ijaarsa Daandii maqa Roobee – Gooroo –Soof Umar eegalchiisaan

Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Daandii Aspaaltii maqa Roobee – Gooroo –Soof Umar eegalchiisaan.

Sirna kanarratti Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi naannolee argamaniiru.

Piroojektichi Piroojektoota ijaarsa daandii Aspaaltii Konkiriitii bara baajataa 2015 keessa eegalaman 10 keessaa isa tokko yoo ta’uu, Kiiloo Meetira 120.65 kan dheeratu ta’uu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.